Faarfannaa 97:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 97 Yihowaan Mootii taʼeera!+ Lafti haa gammaddu.+ Odolawwan hedduun haa ililchan.+