-
2 Saamuʼel 8:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Kana malees, Daawit Sulula Soogiddaa keessatti Edoomota 18,000 ajjeesee yommuu deebiʼutti beekamaa taʼe.+ 14 Inni Edoom keessatti buufatawwan loltootaa ni hundeesse. Guutummaa Edoom keessatti buufatawwan loltootaa ni hundeesse; Edoomonni hundis tajaajiltoota Daawit taʼan.+ Yihowaan bakka Daawit dhaqu hundumaatti injifannoo* isaaf kenna ture.+
-