Baʼuu 6:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Amraam Yokebeed ishii obboleettii abbaa isaa taate ni fuudhe.+ Ishiinis Aaronii fi Musee isaaf ni deesse.+ Barri jireenyaa Amraam waggaa 137 ture. Baʼuu 6:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Aaronii fi Museen warri Yihowaan, “Isin garee gareedhaan* godhaatii saba Israaʼel biyya Gibxii keessaa baasaa”+ jedheen sun kanneen kana dha.
20 Amraam Yokebeed ishii obboleettii abbaa isaa taate ni fuudhe.+ Ishiinis Aaronii fi Musee isaaf ni deesse.+ Barri jireenyaa Amraam waggaa 137 ture.
26 Aaronii fi Museen warri Yihowaan, “Isin garee gareedhaan* godhaatii saba Israaʼel biyya Gibxii keessaa baasaa”+ jedheen sun kanneen kana dha.