LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 11:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ajajjoonni dhibbaa+ sunis akkuma Yehoyaadaan lubichi isaan ajaje godhan. Kanaafuu, tokkoon tokkoon isaanii namoota isaanii warra guyyaa Sanbataatti hojii galanii fi warra guyyaa Sanbataatti hojii irraa bilisa taʼan fudhatanii gara Yehoyaadaa lubichaatti seenan.+

  • Luqaas 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Gaaf tokko Zakkaariyaas dabareen garee+ isaa waan gaʼeef, Waaqayyo duratti tajaajila lubummaa isaa utuu raawwachaa jiruu,

  • Luqaas 1:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Guyyoonni inni tajaajila qulqulluu* itti dhiheessu yommuu xumuramanis gara mana isaa dhaqe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi