-
2 Seenaa Baraa 23:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Achiis Yehoyaadaan, isaan saba Yihowaa taʼanii akka itti fufaniif, ofii isaa, guutummaa sabichaa fi mooticha gidduutti kakuun akka galamu godhe.+
-
-
2 Seenaa Baraa 23:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Kana malees, inni namni karaa kamiin iyyuu xuraaʼaa taʼe akka keessa hin galleef, karrawwan mana Yihowaa bira karra eegdota+ ni dhaabbachiise.
-