20 Ilmaan Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan: Sheelaa+ keessaa maatii Sheelotaa, Faares+ keessaa maatii Faaresotaa, akkasumas Zeeraa+ keessaa maatii Zeerotaa. 21 Ilmaan Faares kanneen kana turan: Hesroon+ keessaa maatii Hesroonotaa, akkasumas Hamuul+ keessaa maatii Hamuulotaa.