9 Isatti aansuudhaan, Eleʼazaar+ ilma Doodoo+ ilma Ahohii yeroo taʼu, inni loltoota jajjaboo sadan warra yommuu isaan Filisxeemota doorsisanitti Daawitii wajjin turan keessaa tokko dha. Filisxeemonni achitti waraanaaf walitti qabamanii turan; namoonni Israaʼel yommuu baqatanittis,