LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 15:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Kanaafuu, akkuma Abishaalom Yerusaalemitti seeneen, Hushaay michuun Daawit*+ gara magaalattii dhaqe.

  • 2 Saamuʼel 16:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Hushaay+ Arkichi+ michuun Daawit* gara Abishaalomitti seenee, “Mootichi bara baraaf haa jiraatu!+ Mootichi bara baraaf haa jiraatu!” isaan jedhe. 17 Yeroo kanatti Abishaalom Hushaayiin, “Jaalalli amanamaan ati michuu keetti argisiistu kanaa? Michuu kee wajjin kan hin deemne maaliifi?” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi