LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 4:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Solomoonis mootummoota Laga*+ sanaa jalqabee hamma biyya Filisxeemotaatti, akkasumas hamma daangaa biyya Gibxiitti jiran hundumaa irratti ni bulche. Isaanis guutummaa jireenya isaatti Solomooniif gibira fidaa fi isa tajaajilaa turan.+

  • 2 Seenaa Baraa 17:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Ilmi isaa Yoshaafaaxis+ bakka isaa mootii taʼe; Israaʼel irrattis aangoo isaa ni cimsate.

  • 2 Seenaa Baraa 17:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yihowaan mootummicha harka isaa irratti ni cimse;+ guutummaan Yihudaas Yoshaafaaxiif kennaawwan ni fidu turan; inni soorumaa fi ulfina guddaas ni argate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi