-
2 Seenaa Baraa 33:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Amoon+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 22 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa lamaaf ni bulche.+ 22 Innis akkuma abbaan isaa Minaaseen godhe, wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate;+ Amoon fakkiiwwan bocaman warra abbaan isaa Minaaseen hojjetee+ ture hundumaatiif aarsaa ni dhiheesse; isaaniinis ni tajaajile.
-