LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 13:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis ajaja Yihowaatiin iddoo aarsaa sana mormee akkana jedhee iyye: “Yaa iddoo aarsaa nana! Yaa iddoo aarsaa nana! Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ilmi Yosiyaas+ jedhamu tokko mana Daawitiif ni dhalata! Inni luboota iddoowwan ol kaʼoo warra si irratti aarsaa aarfamu dhiheessan si irratti aarsaa godhee ni dhiheessa; lafee namootaas si irratti ni guba.’”+

  • 2 Mootota 23:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yosiyaas awwaalota gaaricha irra jiran garagalee yommuu ilaalu, lafeewwan sun awwaalicha keessaa baafamanii iddoo aarsaa irratti akka gubaman gochuudhaan, akkuma dubbii Yihowaa isa namni Waaqa dhugaa wantoonni kun akka raawwataman dursee dubbate sanaatti iddoo aarsaa sana ni salphise.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi