29 “Dubbii ani isa ilaalchisee dubbadheen kan kaʼe Ahaab akkam akka gad of qabe ni argitaa?+ Inni na duratti waan gad of qabeef, ani badiisa sana bara jireenyaa isaatti hin fidu. Kanaa mannaa, mana isaa irratti badiisa sana kanan fidu bara ilma isaatti dha.”+