LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 9:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha:

      ‘Hubannaadhaan deddeebiʼaa.

      Dubartoota faaruu gaddaa faarfatan waamaa,+

      Dubartoonni dandeettii qaban akka dhufanis isaanitti dhaamaa;

  • Ermiyaas 9:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Isin dubartoonni, dubbii Yihowaa dhaggeeffadhaa.

      Gurri keessan dubbii afaan isaa haa dhagaʼu.

      Ijoollee durbaa keessan booʼicha kana,

      Walii keessanis faaruu gaddaa kana barsiisaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi