25 Ermiyaasis+ Yosiyaasiif faaruu gaddaa ni faarfate; dhiironnii fi dubartoonni faarfattoota+ taʼan hundis hamma harʼaatti Yosiyaasiif faaruu gaddaa ni faarfatu; faaruuwwan kunis Israaʼel keessatti akka faarfatamanii fi kitaaba faaruuwwan gaddaa keessatti akka barreeffaman ni murteeffame.