LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 6:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namoonnis, “Taabota Waaqa dhugaatiin kan kaʼe, Yihowaan mana Obeed Edoomii fi wanta inni qabu hundumaa eebbiseera” jedhanii Daawit Mootichatti himan. Kanaafuu, Daawit Taabota Waaqa dhugaa sana mana Obeed Edoomii gara Magaalaa Daawititti gammachuudhaan fiduuf ni dhaqe.+

  • 2 Seenaa Baraa 1:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Haa taʼu malee, Daawit Taabota Waaqa dhugaa sana Qiriyaat Yeʼariim+ irraa fuudhee gara iddoo isaaf qopheessetti fidee ture; Yerusaalem keessattis taabotichaaf dunkaana dhaabee ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi