Isaayyaas 44:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Waaʼee Qiirosis,+ ‘Inni tiksee koo ti,Fedhii koo hundumaas guutummaatti ni raawwata’+ nan jedha;Waaʼee Yerusaalem, ‘Ishiin deebitee ni ijaaramti,’Waaʼee mana qulqullummaas, ‘Buʼuurri kee ni kaaʼama’+ nan jedha.” Isaayyaas 45:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Yihowaan Qiiros+ isa dibe sanaan,Isa saboonni akka isaaf bitaman gochuuf,+Mootota meeshaa waraanaa hiiksisuuf,*Karrawwan akka hin cufamneefisBalbaloota isa duratti banuufHarka isaa mirgaa qabate+ sanaan akkana jedha:
28 Waaʼee Qiirosis,+ ‘Inni tiksee koo ti,Fedhii koo hundumaas guutummaatti ni raawwata’+ nan jedha;Waaʼee Yerusaalem, ‘Ishiin deebitee ni ijaaramti,’Waaʼee mana qulqullummaas, ‘Buʼuurri kee ni kaaʼama’+ nan jedha.”
45 Yihowaan Qiiros+ isa dibe sanaan,Isa saboonni akka isaaf bitaman gochuuf,+Mootota meeshaa waraanaa hiiksisuuf,*Karrawwan akka hin cufamneefisBalbaloota isa duratti banuufHarka isaa mirgaa qabate+ sanaan akkana jedha: