LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 16:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Hemaanii fi Yedutuun,+ akkasumas namoonni filatamoon warri maqaa dhaʼamanii filataman kaan Yihowaa galateeffachuuf isaanii wajjin turan;+ sababiin isaas, “jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata”;+

  • 1 Seenaa Baraa 25:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Kana malees Daawitii fi ajajjoonni gareewwan tajaajilaa, baganaa, meeshaawwan muuziqaa ribuu qabanii+ fi siimbaaliitti+ fayyadamanii raajii dubbachuudhaan akka tajaajilaniif ilmaan Asaaf, ilmaan Hemaanii fi ilmaan Yedutuun+ keessaa tokko tokko adda ni baasan. Maqaan namoota tajaajila kanaaf itti gaafatamummaa qabanii kanaa gaditti tarreeffameera:

  • 1 Seenaa Baraa 25:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanneen kun hundi qajeelfama abbaa isaanii jala taʼanii tajaajila mana Waaqa dhugaatiif siimbaalii, meeshaawwan muuziqaa ribuu qabanii fi baganaatti+ fayyadamanii mana Yihowaatti faarfatu turan.

      Qajeelfama mootichaa jala kan turan, Asaaf, Yedutuunii fi Hemaan turan.

  • 1 Seenaa Baraa 25:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kan Yedutuun,+ ilmaan Yedutuun kan taʼan, Gedaaliyaa, Zerii, Yeshaayaa, Shimeʼii, Hashaabiyaa fi Maataatiyaa+ yeroo taʼan, isaan jaʼa turan; isaan qajeelfama abbaa isaanii Yedutuun jala taʼanii Yihowaa galateeffachaa fi jajachaa+ baganaatti fayyadamanii raajii dubbatu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi