1 Seenaa Baraa 28:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ilmaan hedduu Yihowaan naa kenne+ keessaa immoo, teessoo mootummaa Yihowaa irra taaʼee Israaʼeliin akka bulchuuf+ ilma koo Solomooniin filate.+ 1 Seenaa Baraa 29:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Solomoonis bakka abbaa isaa Daawit mootii taʼee teessoo Yihowaa irra taaʼe;+ milkaaʼinas ni argate; Israaʼelonni hundis isaaf ni ajajamu turan.
5 Ilmaan hedduu Yihowaan naa kenne+ keessaa immoo, teessoo mootummaa Yihowaa irra taaʼee Israaʼeliin akka bulchuuf+ ilma koo Solomooniin filate.+
23 Solomoonis bakka abbaa isaa Daawit mootii taʼee teessoo Yihowaa irra taaʼe;+ milkaaʼinas ni argate; Israaʼelonni hundis isaaf ni ajajamu turan.