1 Mootota 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Dheerinni* barandaa+ fuuldura mana qulqullummaa* jiru dhundhuma 20 yeroo taʼu, dalga manichaa wajjin qixxee dha. Barandichi manicha irraa dhundhuma kudhan gara fuulduraatti baʼa ture.
3 Dheerinni* barandaa+ fuuldura mana qulqullummaa* jiru dhundhuma 20 yeroo taʼu, dalga manichaa wajjin qixxee dha. Barandichi manicha irraa dhundhuma kudhan gara fuulduraatti baʼa ture.