LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 22:48
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Kana malees, Yoshaafaax gara Ofiir deemanii warqii akka fidaniif dooniiwwan Tarshiish* ni hojjete;+ taʼus dooniiwwan sun Eexiyoon Geberitti+ waan caccabaniif utuu hin deemin hafan.

  • Faarfannaa 45:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Ijoolleen durbaa moototaa giiftiiwwan ulfinaa kee keessaa tokko dha.

      Mootittiin warqii Ofiiriin+ miidhagfamtee harka mirgaa keetiin dhaabbatteetti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi