Lallaba 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Anis garaa kootti, “Kunoo, namoota na dura Yerusaalem keessa turan hundumaa caalaa ogummaa guddaa nan argadhe;+ garaan koos ogummaa fi beekumsa hedduu ni argate”+ jedheen yaade.
16 Anis garaa kootti, “Kunoo, namoota na dura Yerusaalem keessa turan hundumaa caalaa ogummaa guddaa nan argadhe;+ garaan koos ogummaa fi beekumsa hedduu ni argate”+ jedheen yaade.