1 Mootota 6:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Balballi kutaa dabalataa isa gad aanuu kallattii kibba* manichaatti argama ture;+ kortoon jajalʼaan gara kutaa isa gidduutti geessu, kutaa isa gidduu irraa immoo gara kutaa isa oliitti geessu jira ture.
8 Balballi kutaa dabalataa isa gad aanuu kallattii kibba* manichaatti argama ture;+ kortoon jajalʼaan gara kutaa isa gidduutti geessu, kutaa isa gidduu irraa immoo gara kutaa isa oliitti geessu jira ture.