1 Mootota 10:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Fardeen Solomoon biyya Gibxiitii fichisiifamu turan; daldaltoonni mootichaas tuuta fardeenii* sana gatii dhaabbataa taʼeen bitu turan.+ 2 Seenaa Baraa 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Fardeen Solomoon biyya Gibxiitii fichisiifamu turan;+ daldaltoonni mootichaas tuuta fardeenii* sana gatii dhaabbataa taʼeen bitu turan.+
28 Fardeen Solomoon biyya Gibxiitii fichisiifamu turan; daldaltoonni mootichaas tuuta fardeenii* sana gatii dhaabbataa taʼeen bitu turan.+
16 Fardeen Solomoon biyya Gibxiitii fichisiifamu turan;+ daldaltoonni mootichaas tuuta fardeenii* sana gatii dhaabbataa taʼeen bitu turan.+