26 Tajaajilaa Solomoon+ kan taʼe Efreemichi Yeroboʼaam+ jedhamuu fi ilma Neebaat taʼe tokkos jira ture; inni Zeredaadhaa kan dhufe yeroo taʼu, haati isaa Zeruuyaa kan jedhamtuu fi abbaan manaa kan irraa duʼe turte. Innis mooticha irratti fincila kaasuu jalqabe.+