1 Saamuʼel 22:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Kanaafuu, Daawit achii deemee+ gara holqa Adulaamitti+ baqate. Obboloonni isaa fi guutummaan mana abbaa isaa yommuu kana dhagaʼan gara bakka inni jiru sanaatti gad ni buʼan.
22 Kanaafuu, Daawit achii deemee+ gara holqa Adulaamitti+ baqate. Obboloonni isaa fi guutummaan mana abbaa isaa yommuu kana dhagaʼan gara bakka inni jiru sanaatti gad ni buʼan.