-
1 Mootota 14:30, 31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Rooboʼaamii fi Yeroboʼaam gidduutti waraanni wal irraa hin cinne ni godhama ture.+ 31 Achiis Rooboʼaam abbootii isaa wajjin ni boqote; Magaalaa Daawit+ keessattis abbootii isaa wajjin ni awwaalame. Maqaan haadha isaa Naʼaamaa yommuu taʼu, ishiin nama biyya Amoon+ turte. Ilmi isaa Abiyaamis*+ bakka isaa mootii taʼe.
-