-
2 Seenaa Baraa 12:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Rooboʼaam Mootichi Yerusaalem keessatti aangoo isaa cimsatee bulchuu isaa itti fufe; Rooboʼaam yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 41 ture; innis magaalaa Yerusaalem, jechuunis magaalaa Yihowaan maqaan isaa achi akka taʼuuf gosoota Israaʼel hundumaa keessaa filate keessa taaʼee waggaa 17f ni bulche. Maqaan haadha mootichaa Naʼaamaa yommuu taʼu, ishiin nama biyya Amoon turte.+
-