1 Mootota 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Solomoon gaaʼelaan Faraʼoon mootii Gibxiitti ni firoome. Inni intala Faraʼoon ni fuudhe;*+ mana ofii isaa,+ mana Yihowaa+ fi dallaa Yerusaalemitti marsu+ ijaaree hanga xumuruttis gara Magaalaa Daawititti+ ishii fide.
3 Solomoon gaaʼelaan Faraʼoon mootii Gibxiitti ni firoome. Inni intala Faraʼoon ni fuudhe;*+ mana ofii isaa,+ mana Yihowaa+ fi dallaa Yerusaalemitti marsu+ ijaaree hanga xumuruttis gara Magaalaa Daawititti+ ishii fide.