-
Keessa Deebii 23:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 “Namni biyya Amoon yookiin namni biyya Moʼaab gara gumii Yihowaatti hin seenin.+ Hamma dhaloota kurnaffaatti illee sanyii isaanii keessaa eenyu iyyuu matumaa gara gumii Yihowaatti hin seenin.
-
-
1 Mootota 14:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Yeroo kanatti Rooboʼaam ilmi Solomoon Yihudaa keessatti mootii taʼee ture. Rooboʼaam yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 41 ture; innis magaalaa Yerusaalem, jechuunis magaalaa Yihowaan maqaan isaa achi akka taʼuuf+ gosoota Israaʼel hundumaa keessaa filate+ keessa taaʼee waggaa 17f ni bulche. Maqaan haadha Rooboʼaam Naʼaamaa yommuu taʼu, ishiin nama biyya Amoon+ turte.
-