1 Mootota 15:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yeroboʼaam+ Mootichi ilmi Nebaat mootii taʼee waggaa 18ffaa isaatti Abiyaam Yihudaa irratti mootii taʼe.+ 2 Inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa sadiif ni bulche. Maqaan haadha isaa Maʼaakaa+ yommuu taʼu, ishiin intala intala Abishaalom turte.
15 Yeroboʼaam+ Mootichi ilmi Nebaat mootii taʼee waggaa 18ffaa isaatti Abiyaam Yihudaa irratti mootii taʼe.+ 2 Inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa sadiif ni bulche. Maqaan haadha isaa Maʼaakaa+ yommuu taʼu, ishiin intala intala Abishaalom turte.