-
2 Seenaa Baraa 13:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Yeroboʼaam Mootichi mootii taʼee waggaa 18ffaa isaatti Abiyaan Yihudaa irratti mootii taʼe.+ 2 Inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa sadiif ni bulche. Maqaan haadha isaa Mikaayaa+ yommuu taʼu, ishiin intala Uuriʼel isa nama biyya Gibeʼaa+ taʼe sanaa turte. Abiyaa fi Yeroboʼaam gidduuttis waraanni ni godhama ture.+
-