-
2 Seenaa Baraa 11:20, 21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Inni ishii booda intala intala Abishaalom+ kan taate Maʼaakaa fuudhe. Ishiin yeroo booda Abiyaa,+ Ataay, Ziizaa fi Shelomiitiin isaaf ni deesse. 21 Rooboʼaam haadhotii manaa fi saajjatoota* isaa hundumaa+ caalaa Maʼaakaa ishii intala intala Abishaalom turte ni jaallata ture; inni haadhotii manaa 18 fi saajjatoota 60 qaba ture; akkasumas, ijoollee dhiiraa 28 fi ijoollee durbaa 60 ni dhalche.
-