1 Mootota 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yeroboʼaam+ Mootichi ilmi Nebaat mootii taʼee waggaa 18ffaa isaatti Abiyaam Yihudaa irratti mootii taʼe.+ 2 Seenaa Baraa 12:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Achiis Rooboʼaam abbootii isaa wajjin ni boqote; Magaalaa Daawit+ keessattis ni awwaalame; Ilmi isaa Abiyaanis+ bakka isaa mootii taʼe. Maatewos 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Solomoon Rooboʼaamiin+ dhalche;Rooboʼaam Abiyaa dhalche;Abiyaan Aasaa+ dhalche;
15 Yeroboʼaam+ Mootichi ilmi Nebaat mootii taʼee waggaa 18ffaa isaatti Abiyaam Yihudaa irratti mootii taʼe.+
16 Achiis Rooboʼaam abbootii isaa wajjin ni boqote; Magaalaa Daawit+ keessattis ni awwaalame; Ilmi isaa Abiyaanis+ bakka isaa mootii taʼe.