LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 15:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Garaa isaanii guutuudhaan waan kakataniif, gammachuudhaan waan isa barbaaddatanii fi innis isaaniif waan argameef,+ namoonni Yihudaa hundi kakaa sanatti ni gammadan; Yihowaanis kallattii hundumaatiin boqonnaa isaaniif ni kenne.+

  • Fakkeenya 16:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaan daandii namaatti yommuu gammadu,

      Diinonni isaa illee isaa wajjin nagaa akka qabaatan godha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi