Uumama 31:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Achiis Waaqayyo halkan abjuudhaan+ Laabaan Aaraamichatti+ mulʼatee, “Gaariis taʼe hamaa, wanta Yaaqoobitti dubbattuuf of eeggadhu!”* isaan jedhe.+ Baʼuu 34:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Saboota si duraa nan ariʼa;+ daangaa kees nan balʼisa; ati waggaatti siʼa sadii fuula Waaqa kee Yihowaa ilaaluuf yommuu ol baatutti eenyu iyyuu biyya kee hin hawwu.
24 Achiis Waaqayyo halkan abjuudhaan+ Laabaan Aaraamichatti+ mulʼatee, “Gaariis taʼe hamaa, wanta Yaaqoobitti dubbattuuf of eeggadhu!”* isaan jedhe.+
24 Saboota si duraa nan ariʼa;+ daangaa kees nan balʼisa; ati waggaatti siʼa sadii fuula Waaqa kee Yihowaa ilaaluuf yommuu ol baatutti eenyu iyyuu biyya kee hin hawwu.