LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 11:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Gosoota Israaʼel hundumaa keessaa namoonni Yihowaa Waaqa Israaʼeliin barbaaddachuuf garaa isaaniitti murteessan, Waaqa abbootii isaanii kan taʼe Yihowaadhaaf aarsaa dhiheessuuf isaan duukaa buʼanii gara Yerusaalem deeman.+

  • 2 Seenaa Baraa 30:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Guutummaan gumii Yihudaa, luboonni, Leewwonni, guutummaan gumii Israaʼel irraa dhufe,+ akkasumas namoonni biyya ormaa+ warri biyya Israaʼel irraa dhufanii fi warri Yihudaa keessa jiraatan ni gammadan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi