LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 18:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Magaalonni gosti Biiniyaam akka maatii maatii isaaniitti argatan kanneen kana turan: Yerikoo, Beet Hoglaa, Eemeeq Qeziiz,

  • Iyyaasuu 18:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Kefaar Amoonii, Ofnii fi Geebaa;+ magaalota 12 fi gandeen isaanii.

  • 1 Seenaa Baraa 6:60
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 60 gosa Biiniyaam irraa immoo Geebaa+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Alameet iddoowwan dheedichaa ishii wajjinii fi Anaatot+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin isaaniif ni kennan. Magaalonni isaanii warri maatiiwwan isaaniitiif kennaman walumaa galatti 13 turan.+

  • 1 Seenaa Baraa 6:64
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 64 Akka kanaan Israaʼelonni magaalota kana iddoowwan dheedichaa isaanii wajjin Leewwotaaf ni kennan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi