LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 16:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Sanbanni+ erga darbee boodas, Maariyaam ishiin Magdalaa, Maariyaam+ haati Yaaqoobii fi Salomeen dhaqanii reeffa isaa dibuuf urgooftuu bitan.+

  • Luqaas 23:55, 56
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Dubartoonni Galiilaadhaa jalqabee isaa wajjin dhufan garuu duukaa buʼanii reeffi isaa awwaalicha* keessa akkamitti akka kaaʼame ilaalan;+ 56 achiis urgooftuu fi zayitii urgaaʼu qopheessuuf deebiʼanii deeman. Haa taʼu malee, akkuma seerichi ajajutti guyyaa Sanbataatti ni boqotan.+

  • Yohaannis 19:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Kanaafuu, isaan reeffa Yesuus fudhatanii akka aadaa awwaalchaa Yihudootaatti urgooftuu kanaa wajjin uffata quncee talbaa irraa tolfameen kafanan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi