-
2 Seenaa Baraa 11:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Rooboʼaamis Yerusaalem keessa jiraachaa, Yihudaa keessatti magaalota dallaa dhagaa qaban ni ijaare.
-
-
2 Seenaa Baraa 11:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Haa taʼu malee, inni hubannaadhaan tarkaanfii fudhachuudhaan, ilmaan isaa keessaa tokko tokko gara naannoowwan Yihudaa fi Biiniyaam hundumaatti, akkasumas gara magaalota dallaa dhagaa qaban+ hundumaatti erge;* wantoota isaan barbaachisan baayʼinaan isaaniif ni kenne; haadhotii manaa hedduus isaan fuusise.
-