-
Lakkoofsa 16:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Namoonni kun kan duʼan akkuma namoonni hundi duʼanitti yoo taʼee fi adabni isaan irra gaʼus adabuma namoota hundumaa irra gaʼu yoo taʼe, Yihowaan na hin ergine jechuu dha.+
-