-
Baʼuu 14:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Faraʼoon yommuu isaanitti dhihaatuttis, Israaʼelonni ol jedhanii warri Gibxii isaan ariʼaa akka jiran argan. Achiis Israaʼelonni sodaatanii gara Yihowaatti iyyuu jalqaban.+
-
-
2 Seenaa Baraa 13:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Namoonni Yihudaas garagalanii yommuu ilaalan warri fuuldura isaanii fi duuba isaaniitiin jiran isaan loluuf akka qophaaʼan ni hubatan. Kanaafuu, isaan yeroo kanatti gara Yihowaatti ni iyyan;+ luboonnis guddisanii malakata ni afuufan.
-