-
2 Seenaa Baraa 18:31, 32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Ajajjoonni gaarii fardaa sunis Yoshaafaaxiin akkuma arganiin, “Mootiin Israaʼel isa kana dha” jedhanii yaadan. Kanaafuu, isa waraanuuf itti garagalan; Yoshaafaaxis gargaarsa argachuuf ni iyye;+ Yihowaanis isa gargaare; Waaqayyo yeruma sana isa irraa isaan deebise. 32 Ajajjoonni gaarii fardaa sunis inni mootii Israaʼel akka hin taane yommuu argan, yeruma sana isa ariʼuu dhiisanii deebiʼan.
-