-
2 Seenaa Baraa 8:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Namoota Heetota, Amoorota, Pheriizota, Hiiwotaa fi Yebuusota+ irraa hafan, warra Israaʼelota hin taane hundumaa,+ 8 sanyiiwwan isaanii warra biyyattii keessatti hafanii fi Israaʼelonni utuu isaan hin balleessin dhiisan+ sana hojii dirqamaa akka hojjetaniif Solomoon isaan ni filate; isaan hamma harʼaatti ni hojjetu.+
-