LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 17:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Leewwota luboota taʼanii fi abbaa murtii+ yeroo sanatti tajaajilu bira dhaqiitii isaan gaafadhu; isaanis murtoo isaa sitti ni himu.+

  • Keessa Deebii 21:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Achiis Leewwonni warri luboota taʼan haa dhihaatan; sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan akka isa tajaajilanii fi maqaa Yihowaatiin akka eebbisan+ isaan filateera.+ Isaan humnaan nama irratti kaʼuu dabalatee falmiin akkamii iyyuu akkamitti furmaata argachuu akka qabu ni murteessu.+

  • Keessa Deebii 25:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 “Namoota lama gidduutti yommuu falmiin kaʼu, isaan abbootii murtii duratti haa dhihaatan;+ abbootiin murtiis isaaniif murtii ni kennu; nama isa qajeelaa qulqulluu, nama isa hamaa immoo yakkamaa akka taʼe ni beeksisu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi