LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Hiyyeessi si gidduu jiraatu tokko dhimma seeraa yeroo qabaatutti murtii isaa hin jalʼisin.+

  • 2 Seenaa Baraa 19:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Abbootii murtiitiinis akkana jedhe: “Isin namaaf utuu hin taʼin Yihowaadhaaf waan murteessitaniif, akkasumas yommuu murtii dabarsitan inni isinii wajjin waan jiruuf, wanta gootaniif of eeggadhaa.+

  • Fakkeenya 17:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Namni nama hamaa bilisa baasus taʼe namni nama qajeelaa balaaleffatu kam iyyuu+

      Yihowaa duratti jibbisiisaa dha.

  • Fakkeenya 31:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Dubbadhu, qajeelummaadhaanis murtii kenni;

      Mirga nama rakkataa fi hiyyeessa taʼeef falmi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi