LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Himata* sobaa irraa fagaadhu; ani isa hamaa qajeelaa akka taʼetti waanan hin ilaalleef,*+ nama qulqulluu fi nama qajeelaa taʼe hin ajjeesin.

  • 1 Mootota 21:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Achiis namoonni gatii hin qabne lama seenanii isa dura taaʼanii, “Naabot Waaqayyoo fi mooticha arrabseera!” jedhanii namoota sana duratti isa irratti ragaa baʼuu jalqaban.+ Sana booda, gara qarqara magaalattiitti geessanii dhagaadhaan tumanii isa ajjeesan.+

  • Isaayyaas 5:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Warra daadhii wayinii dhuguu irratti jajjaboo taʼaniif,

      Namoota dhugaatii alkoolii walitti makuu irratti dandeettii guddaa qabaniif,+

      23 Warra mattaʼaa fudhachuudhaan nama hamaa bilisa baasaniif,+

      Nama qajeelaa immoo haqa dhowwataniif wayyoo!+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi