-
Keessa Deebii 17:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 “Magaalota kee keessaa isa tokko keessatti dhimmi murtii itti kennuuf baayʼee sitti ulfaatu tokko yoo kaʼe, dhimmichis dhiiga dhangalaasuu+ yookiin dhimma seeraa wajjin wal qabate yookiin hammina raawwatame yookiin dhimma falmisiisaa kan biraa yoo taʼe, kaʼiitii gara bakka Waaqni kee Yihowaan filatuu dhaqi.+
-