LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 12:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaa mannaa, gara bakka Waaqni keessan Yihowaan maqaa isaatiif, akkasumas iddoo jireenyaa isaa akka taʼuuf guutummaa gosoota keessanii gidduudhaa filatu sanaa dhaqaatii achitti isa waaqeffadhaa.+

  • 1 Mootota 3:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yeroo sanatti sagaagaltoonni lama gara mootichaatti seenanii isa dura dhaabbatan.

  • 1 Mootota 3:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Kanaan kan kaʼes, Israaʼelonni hundi waaʼee murtii mootichi dabarse kanaa ni dhagaʼan; inni murtii haqaa akka kennuuf Waaqayyo ogummaa akka isaaf kenne+ waan arganiif, mooticha ni kabajan.*+

  • Faarfannaa 122:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Ammas yaa Yerusaalem,

      Miilli keenya karrawwan kee keessa dhaabbateera.+

  • Faarfannaa 122:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Sababiin isaas, teessoowwan murtii,

      Teessoowwan mana Daawit+ achi dhaabamaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi