LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 17:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “Magaalota kee keessaa isa tokko keessatti dhimmi murtii itti kennuuf baayʼee sitti ulfaatu tokko yoo kaʼe, dhimmichis dhiiga dhangalaasuu+ yookiin dhimma seeraa wajjin wal qabate yookiin hammina raawwatame yookiin dhimma falmisiisaa kan biraa yoo taʼe, kaʼiitii gara bakka Waaqni kee Yihowaan filatuu dhaqi.+ 9 Leewwota luboota taʼanii fi abbaa murtii+ yeroo sanatti tajaajilu bira dhaqiitii isaan gaafadhu; isaanis murtoo isaa sitti ni himu.+

  • 2 Seenaa Baraa 19:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kana malees Yoshaafaax, Yihowaadhaaf abbootii murtii taʼanii akka tajaajilanii fi falmii jiraattota Yerusaalem gidduutti kaʼuuf furmaata akka kennaniif, Yerusaalem keessatti Leewwotaa fi luboota tokko tokko, akkasumas dura buutota manneen abbootii Israaʼel tokko tokko ni muude.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi