2 Saamuʼel 7:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Manni kee fi mootummaan kee si duratti bara baraaf jabaatee ni jiraata; teessoon kees bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”’”+ 1 Mootota 10:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Kana malees, mootichi ilka arbaa irraa teessoo guddaa tokko hojjetee+ warqii qulqulleeffameen ni uwwise.+ 1 Seenaa Baraa 29:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Solomoonis bakka abbaa isaa Daawit mootii taʼee teessoo Yihowaa irra taaʼe;+ milkaaʼinas ni argate; Israaʼelonni hundis isaaf ni ajajamu turan.
16 Manni kee fi mootummaan kee si duratti bara baraaf jabaatee ni jiraata; teessoon kees bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”’”+
18 Kana malees, mootichi ilka arbaa irraa teessoo guddaa tokko hojjetee+ warqii qulqulleeffameen ni uwwise.+
23 Solomoonis bakka abbaa isaa Daawit mootii taʼee teessoo Yihowaa irra taaʼe;+ milkaaʼinas ni argate; Israaʼelonni hundis isaaf ni ajajamu turan.